Tola Ooltummaa Magaalaa Qobbootti. Qindeessaan Video Engineer Gabisa Muktar Galatoomi jennaan.
Bulchiinsa Magaalaa Qobboo Bulchiinsa Magaalaa Qobboo
699 subscribers
42 views
4

 Published On Sep 21, 2024

Guyyaa 10/1/2017
Godina Harargee Bahaa Aanaa Dadar Bulchiinsa Magaalaa Qobbootti Manneen Barnootaa 3n Magaalaa Qobbootiif Deeggarsi Barattoota Harka Qalleeyyii tahaniif Deeggarsi Meeshaalee Barnootaa Dabtara fi Qalamaa amma dura Duula Deeggarsa Daftara Tokko_Barataa_tokkoof jaun karaa Social mediyaan taasifamaa tureen sassaabamee ture guyyaa arraa harka Qalleeyyii manneen Barnootaaf kannamee jira.
Arjoomtonni Biyya Keessaa fi Alaa Deeggarsa kana Gootan hundi Galatoomaa ulfaadhaa isiniin janna!!

show more

Share/Embed