Deeggarsa Magaalaan Qobboo Ganda Waltaha Gabaatif goote.Qindessan Video Ramadaan Sule Galatoomi.
Bulchiinsa Magaalaa Qobboo Bulchiinsa Magaalaa Qobboo
699 subscribers
28 views
7

 Published On Sep 29, 2024

Guyyaa har'aa ijaarsa waajjira Bulchiinsa Gandaa Waaltaha Gabaati ijaaraama jiru irratti koreen hojjii raawwachiiftuu bulchiinsa magaalaa Qobboo obboo Khalid Issaatiin durfaamtu iddoo Bulchaan Bulchinsa Aanaa Dadar Obboo Mahammad Raamadan argamuuti qaaman dhufani Deegarsa Ziingoo(150) qeebalchisuun Bulchaan Aanaa Dadar Obboo Mahammad Raamadan Bulchaa Gandaa Waaltaha Gabaa Obboo Toofiq Abduramaan fi koree isaa qeebalchisee kan jiru ta’uu isaati.
Deeggarsi Bulchinsi Magaalaa Qobboo guyyaa har'aa ijaarsa Waajjira Bulchinsa Gandaa Waaltaha Gabaati ijaarama jiru kanaaf godhan kun isaa jalqabaati malee hin xumuramne jechuun Bulchaan Magaalaa Qobboo dhaamuun hojjiin Abdachiisaa fi boonsaa hojjatamaa jiru kana daawwatamee kan jiru ta'uu isaati.

show more

Share/Embed