Deeggarsa Teessoo Haarawa 200 M/Barnota Sad.1ffaf Bul Magaalaa Qobboo godhe.Video by Ramadaan Sule🙏
Bulchiinsa Magaalaa Qobboo Bulchiinsa Magaalaa Qobboo
699 subscribers
94 views
7

 Published On Oct 3, 2024

Aanaa Dadar Bulchiinsa Magaalaa Qobbootti Deeggarsi Gama Barnootaan Rakkoo Teessoo Barattotaa jiru furuuf Guyyaa arraa Mana Barnoota Sadarkaa 1ffaa Magaalaa Qobbootiif Teessoo Haraya firii 200 Baajata Mana Qopheessaan hojatamanii guyyaa arraa mana Barnootaa sadarkaa1ffaa Qobboo bakka koreen Aanaa fi koreen Magaalaa jiranitti Dura Bu’a Mana Barnoota Qeebalchiisanii jiran
🙏Barnoota Ammaas Barnoota🙏
Qindeessaan Video Dargaggoo Ramadaan Sule

show more

Share/Embed