Shawaa Kaabaa, Wallaga Dhihaa, Qeellam Wallagaa Keessatti Tajaajilli Bilbilaa Yeroo Dheeraaf Citeera
VOA Afaan Oromoo VOA Afaan Oromoo
86.2K subscribers
11,339 views
686

 Published On Streamed live on Sep 19, 2024

0:00 Qophii Kamisaa keessatti gabaasawwan qabnu
1:25 Sababa Walitti Bu’iinsa Naannoo Amaaraa Keessaan Barattoonni Kuma Hedduun Akka Barnootatti Hin Deebi’in Jiran Gabaasame
1:56 Bulchiinsi Yeroo Kan Naannoo Tigraay Hooggansi ABUT Fongolcha Na Irratti Geggeessuuf Shire Jechuun Himate
7:36 Turkiin Marii Marsaa Haaraa Somaaliyaa fi Itiyoopiyaatif, Dura Biyyoota Lameen Waliin Adda Addatti Dubbachuuf Akka Jirtu Ibsite
9:55 Lola Sudaan Naannoo Daarfuur Dhaabsisuuf Tarkaanfii Hatattamaa Barbaachisa, Jedha Tokkummaan Mootummootaa
16:55 Shawaa kaabaa, Wallaga Dhihaa fi Qeellam Wallagaa Keessatti Rakkoo Nageenyaan Wal-qabatee Tajaajilli Bilbilaa Yeroo Dheeraaf Akka Addaan Citetti Jira

Qophiin Sagalee Ameerikaa Sagantaa Afaan Oromoo; oduu fi qophiiwwan dhimmoota wayitaawaa, akkasumas aadaa, fayyaa, dargaggoota, siyaasa, qonna, misooma fi ispoortii laallatan irratti Wixataa amma Jimaataatti dhihaata. Nu hordofaa.

show more

Share/Embed