'Ayyaanni Irreessaa Dirree tokkummaafi obbolummaan itti cimu ta'aa jira' Kantiibaa Adaanech
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network] OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
671K subscribers
20,548 views
623

 Published On Oct 4, 2024

'Ayyaanni Irreessaa Dirree tokkummaafi obbolummaan itti cimu ta'aa jira jedhan Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Habeebee
Aadde Adaanech Fooramii Irreessaarratti argamuun ergaa dabarsaniiru

show more

Share/Embed