Old, ABDII IBRAAHIM. VOL-3.
JAARRAA Entertainment JAARRAA Entertainment
5.88K subscribers
49,533 views
487

 Published On Nov 24, 2017

Sirboota dhagahamee hin quufamne.

1) Kee yuubee moosineen arruma nannooyye,
Mari mee sirbi daddaaysumaa.
Afaan lagaa-galtii, Mal nyaatti wakkalleen.

2) Sihi ifaan jiruu tiyyaa, Sidhabnaan golgolooyte.
3) Sabboontu oromoo, Dagaagsituu aadaa.
4) Laalteetuu nagartaa.
5) Koottu mee muniisaa too, gammachiisi qalbii too.....

Fi kkft surboota dur kan warra dur dhaggeeyfate yaadaan if booda deebisu. Kan warra hin dhaggeefatin akka annaniitti itti yaa'u sirboota hedduu of keessaa qaba.

Dhaggeeffadhaa ittiin bohaaraa.

show more

Share/Embed