Soba Seexanaa Ifatti Ba'e Isa Guddicha
QOPHAAYI_KIRISTOOSI_DHUFUUFII QOPHAAYI_KIRISTOOSI_DHUFUUFII
675 subscribers
74 views
2

 Published On Sep 16, 2024

2Phex. 2:1 Akkuma raajonni sobduun saba sana gidduu turan, akkasuma barsiisonni sobduun isin gidduu in jiraatu. Isaan warra utuu irratti hin beekamin, barsiisa wanta amaname irraa kaachisee nama balleessu fidanii, goofticha isa isaan fure iyyuu gananii, ofii isaanii irrattis badiisa ariifachiisaa fidanii dha.

2Phex. 2:2 Namoonni baay'eenis gad-dhiisatti jiraachuu isaanii kana duukaa in bu'u; sababii isaaniitiifis karaan dhugaa sun maqaa gadhee in argata.

2Phex. 2:3 Sassata isaaniitiin immoo dubbii mataa keessaa fuudhanii odeessaniin isin irraa in nyaatu; firdiin bara duriitii jalqabee isaan irratti kenname hojjechuu hin dhiifne, badiisi isaaniis dhibaa'ee hin rafne.

show more

Share/Embed