Ijaaramaa Deemna | Rahel T. Official live worship video
Ilaamee Records Ilaamee Records
61.5K subscribers
3,335,001 views
25K

 Published On Mar 12, 2022

#Ijaaramaa_Deemna #Rahel

ውሃ ከአለት ውስጥ ታፈልቃለህ
የሌለውን ወደ መኖር ትለውጣለህ
በአንዲት እይታህ ምድርን ታናውጣለህ

አዎ አዎ እናምናለን
በአምላካችን ሐይል እናምናለን

ለክብርህ የማይገዛው ማን ነው
ውቅያኖስ ይደርቃል ተራራ ይናዳል
አንተ ስትነሳ ተራራው ይንቀጠቀጣል
ሠራዊት ለስምህ ዝቅ ዝቅ ይላል

እግዚአብሔር ሊያጠፋን ቢፈልግ ኖሮ
ይህንን ሁሉ ድንቅ ባላሣየን ነበር
ከፍ እያልን እንሄዳለን ኪዳናችንን እየወረስን
እንዳስለመደን እርሱ ይዋጋልናል

አዎ አዎ እናምናለን
በአምላካችን ሐይል እናምናለን

የአምላካችን ሥም የፀና ግምብ ነው
ወደ እርሱ ሮጠን ከፍ ከፍ እንላለን
ቅዱስ ስሙ ጋሻ ሆኖልናል
በእርሱ እንኮራለን እርሱ ነው መመኪያችን
በእርሱ እንኮራለን እርሱ ነው መመኪያችን
በኢየሱስ እንኮራለን እርሱ ነው መመኪያችን

Haaleluuyyaa
Ooo
Bishaan kattaa keessaa futtaafachiifta
Waan hin jirree gara jiraatti nii waamta
Lafee lafa onaati lubbuu nii deebifta
Milluu kee tokkittiin dachee rommisiifta

Eeyyee
Eeyyee
Nii amanna
Humna Waaqa keenyaati
Nii amanna

Haaleluuyyaa
Waaqni guddaan nuu wajjiin jira
Haaleluuyyaa

Ulfina keetiif maaltu hin bitamu
Galaanni hin qoora gaarri hin socho’a
Yemmuu ati kaatu tulluun raafamee
Macci hundinu gadi gadi jedha

Utuu nu balleessuu barbaadee
Dinqii kana hundumaa
Nutti hin agarsiisu ture
Ijaaramaa deemna
Kakuu keenya dhaalaa
Akka nu barsiise
Isatu nuuf lola
Eeyyee
Eeyyee
Nii amanna
Humna Waaqa keenyaati
Nii amanna

Gimbii jabaadha
Maqaan Waaqayyo keenyaa
Gara isaatti baqannee ol ol ol ol jenna
Maqaansaa qulqulluun
Nuuf ta’eera’oo gaachana
Isumaan of jajna
Isa dhaadannoon keenya

Yesuusiin of jajna
Isa dhaadannoon keenya

Eeyyee
Eeyyee
Nii amanna
Humna Waaqa keenyaati
Nii amanna

Namni humna Waaqayyootti amanu as jiraa?
Eeyyee
Human Waaqa keessaniitti in amantuu?
Eeyyee
Dhugaadhaa kun?
Eeyyee
Waaqayyo guddaadhaa?
Eeyyee
Waaqayyo jabaadhaa?
Eeyyee
Waaqayyo waan hundumaa hin danda’aa?
Eeyyee
Haaleluuyyaa


   / ilaameerecords  
  / ilaamee.m  
  / ilaameerecords  
  / ilaamee7  
#Worship

show more

Share/Embed