WAYYAAREE: SINGER SOLOMON ALEMU (Official Video)
Solomon Alemu official Solomon Alemu official
87.4K subscribers
2,036,495 views
14K

 Published On Jun 18, 2021

" Fayyinnis Yesus Kristos duwwaadhaan malee, kan biraatiin tokko illee hin jiru; maqaan kan biraa, ittiin fayyuun kan nuuf ta'u, waaqa jalaa ilmaan namootaaf hin kennamne" jedhe."
(Hojii Ergamootaa 4: 12)

" Neither is there salvation in any other: for there is none other name under heaven given among men, whereby we must be saved."
(Acts 4: 12)

መዳንም በሌላ በማንም የለም፤ እንድንበት ዘንድ የሚገባን ለሰዎች የተሰጠ ስም ከሰማይ በታች ሌላ የለምና።
(የሐዋርያት ሥራ 4:12)

Topic: Wayyaaree?
Singer: #Solomon_Alemu
Feat. Yadesa shiri
Abrham Tare
Lidia Deressa
Music Arr. Elias Birhanu (Elu studio)
Camera & Editing: Fikiru Haile ( Qumbi Pictures)
Color: Samuel Girma ( Kanenus Films)
Mixing : Moti Taresa
Directed by: Geleta Ijara

Lyrics
Humna Ammeenya furguggifamee
Kan dhaloota bochisuuu
Isa beektotatti bitaa galee waan
Gochaa wallalchisu
Bineensicha bifa jijjiiratee Addunyaa
Kana qaaqsuu
Ibidda isa Ardiirraa dhaamuu dide
Rabbi qofa kan dhamsuu
Akkas ta'aa? Akkasimmo
Wayyaaree? Gaaffiin maaf
Wal rakkisu×
Maqaan fayyinaa hundumaaf
Kennamee yesuusi kan fayyisu.
01, Aduunyattiin kun duruu galaana
Tolasaatiin lafa taate
Biyyi lafaa garaa nuuf hin laafne
Yesuustu Arkatti nu baate
Bartoonni naasuudhaan
Jeeqamnaani gab godhe goolee
Qilleensaa
Dhuguman jedha yesuus qofatu
Nagaa diigame hundeessa.

Humni fayyisuuf dawaa
Kuusu
Rabbi inni Addunyaafu nagaa
Buusu ×2
Humni fayyisuun nagaa fidu
Isanni tolootaaf du'a didu ×2 Ameen jettuuree
Ameeen Ameeen
Dhugaan hodeecha
Ameeen Ameeen
Fayyinni guutuun
Ameeen Ameeen
Yesuusum keessa
Ameeen Ameeen
Ameeen Ameeeeni
Ameeen Ameeen
Ameeen Ameeni
Ameeen Ameeen

02, Galaanni Rakkinaa dambala'eef
Abadan nan nyaatu
Shakkii tokko hin qabu arka
Yesuusi markabni na baatu
Murxuxen jal'inaa darbatameef
Jireenyakoo hin diiguu
Abbaa tokkon qabaa yeroo hundaa
Kanan itti fiiguu
Nan dhaalu uleen jal'ootaa
Nafaana tikseen dhalootaa
Eyyeen nan dhaaluu uleen
Jal'ootaa
Nafaana tikseen dhalootaa
03,Biqilaankoo Daraaree ija buusa
Hin badu sanyiin facaasee
Gad nanteessisu danqaan dhaloota
Yesuustu dibee na kaasee
Narra jira gaaddidduun Abbaakoo
Waantalle akkam namootii
Qorumsarrattan boonaa jiraadhaa
Yesuus naaf nageenya kootii.
Nan dhaalu uleen jal'ootaa
Nafaana tikseen dhalootaa
Eyyeen nan dhaaluu uleen
Jal'ootaa
Nafaana tikseen dhalootaa
Ameen jettuuree
Ameeen Ameeen
Dhugaan hodeecha
Ameeen Ameeen
Fayyinni guutuun
Ameeen Ameeen
Yesuusum keessa
Ameeen Ameeen
Ameeen Ameeeeni
Ameeen Ameeen
Ameeen Ameeni
Ameeen Ameeen!!!!



Faarfannoota Koo biroo YouTube channel biraa irra jiran daawwachuuf
ANAAF HIN MALA HIN SEENE
   • Solomon Alemu ANAAF HIN MALA HIN SEEN...  

TOKKO HAA TAANU
   • TOKKO HAA TAANU : SOLOMON ALEMU  

BAAY'EE AJAA'IBA
   • #BAAY'EE AJAA'IBA. New Afaan Oromo Go...  

My Facebook page for Follow Singer Solomon Alemu

  / singer-solomon-alemu-106774554484410  

My YouTube channel For subscribe

   / @solomonalemuofficial  



























#New_oromo_Gospel_songs_2021 #Ethiopian_Oromo_Gospel_songs #Faarfannaa_Afaan_Oromoo #Faarsaa_Haaraa #Abrham_Tare #Yadesa_Shiri #Dawit_Girma
#New_Ethiopian_Amharic_Mezmur
#Songs #Mezmu

show more

Share/Embed