# Yeroo Jaalalaa OBN 'Gaafa Networkiin badu waliinan bada jette'
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network] OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
672K subscribers
36,223 views
735

 Published On May 28, 2023

Yeroo jaalalaa OBN irratti dubartii lammataa kaan taate 'Gaafa Networkiin badu waliinan bada jette, abbaa manaashee jaalachuurraan kan ka'e qophiin yeroo jaalalaa OBN kun dargaggeessi dargageettiifi namoonni jaalallee isaanii waliin ykn nama jaallatan irratti seenaa jaalalaa qabaniif dhimmoota kanaan wal qabatanirratti keessummoota affeeruun kan irratti haasa'anidha waahee ofii kan dubbataniidha jaalalaan wal qabatee jechuudha.

show more

Share/Embed