Alii Mahammad Wallee Jaal Nadhii Gammadaa jattuufi kan durii jaalatamoof hindulloomne muraasa By RM
Robso Media Robso Media
7.01K subscribers
5,227 views
106

 Published On Jun 22, 2023

Alii Mahammad Diimaa Wallee Jaal Nadhii Gammadaafi Walleelee durii jaalatamoofi hindulloomne muraasa By RM
Robso Media is a private media works on afaan Oromo,Aada Oromo and Seenaa Oromo...
Miidiyaan Roobsoo Miidiyaa dhuunfaa yoo tahu kaayyoon keenyaas walleewwan Afaan Oromoon wallifamaniifi kanneen dagaagin Afaan, Aadaafi Seenaa Oromoo dhabamarraa oolchaniifi darbees akka dagaagee sadarkaa amma irra jiru kanaa gahu taasisan akka hin banneefi hin irraanfatamneefi darbees dhaloota dhufuuf dabarsuuf hojjachuuf Miidiyaa hundaa'e waan ta'eef isiniis kana hubachuun Miidiyaa kana akka hordoftaniifi jajjabeessitaniis asumaaniis isin afeerra!
#robsomedia #robso #oromomusic

show more

Share/Embed